12 Hojja bisaani fooqatani, wonti qara gogoga isi, isiini ato ch'araqaatu, ka woma imbaamne gogode baddi,
Inni gurbi raasa keesa ejitu fakaata, ta lafa aloo ta gamooji ta, biyye kurooftu woma iti imbaane keesati baatu. Wonti dansaani inni argu tokoleeni injirtu.
Akuma t'aafiini jettu, nami ch'ufti aka buuyo jira, guddinni nama ch'ufti aka daraara buuyo jira; buuyooni godde, daraaraani isii jiga,
Mid'aani lafa d'akha gubba jige sunini nama dubbi d'agaye hurrise gammadaani fud'atu fakaata.
Ilaaduuni dandeete fulla bisaani injirreeti imbaatu, ch'affa male fulla d'ibiiti inargani.
nami Waaqa imbeenne illaadu suni fakaata; hojja Waaqa ded'ani abdiini worraa ya badde.
gammadi nama ch'ubbicha gabaaba, gammachuuni nama Waaqa imbeenneleeni haguniti:
Bisaani galaana, suni hammaatani ajaani laana fooqatani. Ilaadufi aalaani gogoge,