Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 7:19 - KITAABA WAAQA

19 Atini haga anini hanch'ufa liqimsule, ila nara indeefattu?

Gade chapit la Kopi




Aayubu 7:19
8 Referans Kwoze  

Inni hafuura na imbaafachisu, ammo jireenna nati yaka.


Tanaafi amma ila ira deefad'i, ufi iraa yalabahi; aka inni, aka tisse, bulti ufi iraa gammadu.


Qonqo guddooni iyani waan jed'ani, Waaqa Gudda, qulqullofi ka d'uga! Atini yoomi worra lafaa wollaala iti murte, maro worri nu ijeeseefi worra gaargalchita?


Ch'ubbichi haga yoomi gammada? Ee AABBO Waaqa, haga yoomi qilit'ama?


gaargali guddaani ya na qabate, lubbuuni ya na d'ufte. Atini yoomi d'ufte na qarqaarta, ee AABBO Waaqa?


Guyyaani kiyya gabaabani dabru ingeenne? Na lakifte ho? Guyya naa hafe gammadu fed'a.


Na lakisi, aka anini, ato lafa tana ira due iti ind'aabanne, gammadu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite