Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 7:17 - KITAABA WAAQA

17 Nami maani, ka atini waan isaa akana owiftu? Atini waan inni tahu maani ira qabda?

Gade chapit la Kopi




Aayubu 7:17
10 Referans Kwoze  

Ammo akuma t'aafi keesati fulla d'ibi t'aafani, Nami maani, Ee Waaqa, ka atini waan isaa hereddu? Yokhaani nami maani, Ee Waaqa ka atini teete waan isaa qulqultu?


nami maani, ka atini teete waan isaa hereddu? Inni maani kana, ka atini teete waan isaa yaaltu?


Ee AABBO Waaqa, nami maani, ka atini waan isaa yaaltu? Inni maani keesa jira, ka atini waan isaa hereddu?


Anini baariini yokhaani goorjama baariiniti, ka atini nama na eegu nati tolchitu?


Hayyuuni Israeli eenu ijeechaa barbaada? Atini eenu reebda? Sare doote? Taffii?


Nami tokoleeni ato qaroole taate, ka Waaqaa wo bahu, injiru?


Nami maani re, ka ufiftu raamofi buqata fakaatu? Waaqa durati nami maani keesa jira?


Atini nama aka kiyya kana ilaalte inqorta?


Atini gaafa isa uumte isa ufiti aansite; atini ulfinnaafi guddinna isaa kennite.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite