Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 6:8 - KITAABA WAAQA

8 Waaqi maanifi waan anini fed'u naa kennu dida? Inni maafi kad'acha tiyya ind'ageenne?

Gade chapit la Kopi




Aayubu 6:8
10 Referans Kwoze  

Ee AABBO Waaqa, anini ya ufi jibbaad'e ato tae baafama kanke eegad'u; anini waan ch'ufa keesa dubbi tante abdad'a.


Anini sagale akasi dandae insorad'u, fayya na d'owarti.


Ato inni na ch'arase gargari na ch'ire, guddo dansa!


Amma, ee AABBO Waaqa, yo feete na ijeesi; yo due ira naa jirti.


ufi guyya suni ch'ufa lafa aloo keesa deema oole. Jennaani ato deemu ejate gaadisa mukha jala tae, Waaqaani, lubbu na keesa fuud'i, hojja anini due ira na jirti jed'e.


Worri duu fed'a, ammo dooti iti ind'uftu, beese biyye keesa olkeyatani ira awaala qotani barbaadani.


Worri haga due awaalaniti ingammadu;


Anini ya amma ufi jibbaad'e, tanaafi gungumsu tiyya ta laalala, ch'aqasi, gaargala kiyya keesa inuma dubbad'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite