3 isiini maansa galaanale ch'ufa ira ulfaati. Tanaafi dubbini akanumati na keesaa yaatu tunini isani imamsisiini.
D'ibi daalleeni namaatiini d'uftu maansafi d'akhaale ira namati ulfaata.
Nati koota, nami dad'abefi ka baa ulfo baatu anini isani boqachiisa.
Inni halkani ch'ufa hiriba na d'owa; heregi guddani na qabate dubbachu na d'owa.
Ee AABBO Waaqa keenna atini waan dansa heddu nuu tolchite; nami aka keeti tokoleeni injiru. Atini waan mama heddu nu tolchite, ka anini dandae amma toko tokooni maqa ind'oomne!
Anini ammalle gungumsuufi morkiti Waaqaani morku yala imbahu, yokhaani waachule illakisu.
Waaqi ha d'ugaani qore, aka anini ch'ubbu inqamne arguuti.