2 Hojja sila d'ipufi gaargala kiyya biimani,
Waaqi ha d'ugaani qore, aka anini ch'ubbu inqamne arguuti.
Anini ammalle gungumsuufi morkiti Waaqaani morku yala imbahu, yokhaani waachule illakisu.
Amma gaargali si qabannaani obsu dad'abde inni siti d'ufnaani ira hafu dad'abde.
Jennaani Ayubuni waan jed'e:
Abbumati garaa hameennaafi gammada ufile beekha, nami d'ibiini dandae waan isaa keesa imbeekhu.