Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 5:4 - KITAABA WAAQA

4 Ilmaani isaa maro tokotu qarqaarsa d'abde, gaadisa dubbiti nama worra dubbatu d'abani.

Gade chapit la Kopi




Aayubu 5:4
16 Referans Kwoze  

Ayyaana isaati, ka katela isa t'iyyiti guute. Hojja inni nyaapa isaatini fulla gaadisa korati wolwoldaani isa indabsatani.


Ch'ubbichi seera kanke inguutu tanaafi baafama inargatu.


Anini daba keesani guddafi ch'ubbu teesani ta isani maro heddu tolchitani imbeekha. Isani nama woma intahiini dabsitani gumbo nyaatani gaadisa kora keesaleti hiyyeesa d'uga d'owartani dabsitani.


aka worri aka nyeench'a fuud'e nani deeme, fulla nami tokoleeni dandae dura na imbaamneti gargari na intatarsaamne.


Inni ato ilmaani heddu d'alelle ch'ufti woraanani hobaati; ilmaani isaaleeni haga jirtu waan nyaatu inqabdu.


Aka anini ch'ubbu inqamne, ka nami d'ibileeni dandae sii dura na imbaamne, atini imbeeta.


Hegeri waan ilmaani tante Waaqa durati ch'ubbu tolchiteefi inni gati daba worra kenneefi.


bubbeeni jabduuni toko lafa alooti d'ufte mana suni gama ch'ufa d'oofte, ilmaani suni irati qaarifte hobaafte. Nami fiige, ka oduuni si d'ufe, anuma ch'alla.


Waan boch'ani mid'aasani kana tokole dura gajette inkad'atiini; wonti akanatiifi anini, AABBO Waaqi kanke, waan d'ibi na biraani kad'atani inoobsu. Anini ammalle nama jibbuufi d'aloota worraa ka sadeesotiifi ka afreesole gaargala itiini d'ufa.


Inni dandae dira kana tokoti baqate fulla fullo, ta jaaroleeni iti koratu d'aqe, waan tahe jaaroleeti hima. Duuba worri aka inni dira seenu ee jed'e, fulla inni tau kennaafi.


Ilmaani isaa waan inni hiyyeesa iraa hate deebisuu malte.


Daalleeni haguma jirtu jecha qaroo inhubattu. Isiini gaadisa kora keesaleti beete woma indubbatu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite