Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 5:14 - KITAABA WAAQA

14 Worra suni guyyaani dukanti ira buute, guyya guddaani aka nama halkani deemu jonjani.

Gade chapit la Kopi




Aayubu 5:14
13 Referans Kwoze  

Worri dukana keesa jinjimate, aka nama machae dadaaqa.


Aka balla jinjimanne guyya guddaani aka waan lafti halkani gugufanne, aka waan fulla Ekhera ta dukana jirru taana.


Guyya gudda aka balla jaanjurtani, duuba kara gula yaatanile wollaaltani, wonti keesani tokoleeni eeba inqabdu. Yo ch'ufa isani gaargalchani, isani saamani, ammo nami isani qarqaaru injiru.


Ammo karaani worra hama dukana aka halkaniti, ka nami keesati jigu waan isa buusu imbeenne.


AABBO Waaqi waan jed'e, Guyya suni anini adu guyya guddaani d'iisise guyya guddaani lafa dukaneesa.


innileeni dukana duraa imbahu. Inni mukha gubate, ka ibidi dameele gube qilleensi obeensa isaa fuud'e fakaata.


Isa lafa keesaa baasani, ifsa keesa dukanati geesani.


Waan inni olkeyate ch'ufa balleesani; ibidi nami harkaani imbobesiini isaafi worra isaale ch'ufa gubba.


Lafti siti dukanoofte, woma argu dad'abde, fach'ai bisaani sira deebie si liqimsa.


Nama gariti jira ka ifsa didu; worri ifsa inhubatu yokhaani gara inni deemu gula indeemu.


Ifsaani guyyaa ch'ubbicha adaate waan d'iba hamtu ka inni sila tolchu d'owa.


Jennaani AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Harka kanke Waaqati olqabi, duuba dukanti sipeeni ta nami taka inargini lafa Misiri ch'ufa sipi tolchite duuchiti.


Duuba Musani harka ufii Waaqati olqabe, dukanti sipeeni haga guyya sadi lafa Misiri duuchite.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite