Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 5:1 - KITAABA WAAQA

1 Yo feetu yaami, ammo eenuti sijala owaata? Malaikaani atini qarqaarsa iraa argattu jirti?

Gade chapit la Kopi




Aayubu 5:1
12 Referans Kwoze  

Waaqi ka ufiftu malaika ufitu ind'ugeefanne, ka isiini isa durati qulqullooma inqamne,


Waaqi hojattu isaa ind'ugeefatu, malaika isaale wollaala iti mura.


Maro nami hedduuni aka dumansa nu marse nu laalufi, nu ulfinnafi daba jabeese nu qabu ufiraa baamne, d'ogoomsu nu dura tana aka d'iira oriu malle.


Maqaani kiyya Paulo; anini fed'i Waaqaatiini ergattu Kristo Yeso tahe. Gara gumi Waaqa ta Efeso keesa jirtu, ta jireenna ufitiini Kristo Yeso d'ugefate tatabe tana t'aafa.


Waaqi waan jed'u, Isani worri lafa fago, ch'allisa, na ch'aqasa! Waan dubbachuu feetani kurfefad'a; koota, dubbad'a. Koota, wolwoldeenne, nama d'uga qabu ilaala.


Lafa gamooji suni keesati worri Musafi Haruni, hojattu AABBO Waaqa qulqullo, d'ibifate,


Worri AABBO Waaqa sodaatu akami dadansa! Gammadi kiyya guddaani yo anini worraa suni woliini jiru.


Gubbaani maro waan mama ka atini tolchitufi si faarsite, Ee AABBO Waaqa, d'uga tante guddifti.


Ee Waaqa, anini d'uga dubbachuu jira, dubbi tiyya d'ugeefad'i, si male nami waan anini jed'u d'ugeefatu injiru.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite