Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 42:11 - KITAABA WAAQA

11 Oboleyaani isaa ta d'iiratifi ta dubraatifi jaalani isaa taani, ch'ufti gara isa d'ufte, mana isaa keesati sagale woliini sooratani. Worri isaa nahe, garaa jabeese, maro gaargala gudda AABBO Waaqi itiini d'ufe kaanitifi. Worri ch'ufti beesefi qube worqi isaa kenne.

Gade chapit la Kopi




Aayubu 42:11
18 Referans Kwoze  

Jaalani Ayubuu sadeeni, Elifazi, ka worra Temanitiifi Bildadi, ka lafa Shuhitiifi Sofariini ka lafa Naamathi, aka inni gaargale d'ageennaani woligalani, waan inni keesa jiru gaafachu d'aqani.


Nami waan AABBO Waaqa gammachiisa ch'alla tolchu nyaapa isaale wold'aqani nagayaani woliini taani.


Intalti gaala bisaani obaafte jennaani namichi hojattu Abrahamu qube worqi funaaniti mat'anseefi, mirga worqi lama harkati naqeefi


Tanaafi harka keesani ka aare isani iraa bue olfud'ad'a! Jilba keesani ka lalaafe qajeelfad'a!


Worra hid'aansa keesa jiru qaabad'a, aka waan hid'aansa keesa woliini jirtanu. Worra gaargala keesa jirule qaabad'a, aka waan ufile gaargalu jirtanu.


Yo mitaani toko d'ukubde, nafi ch'ufti ind'ukubsata; yo mita toko ulfeesani, nafi ch'ufti gammada argata.


Worra gammadu woliini gammada, worra bohu woliini boha.


Anini sila gorsaani isaani jabeese dubbi dansaani isani kiba.


Dubbini tante nama gufate kibde nama laafe jabeesite.


ammo nami waan yaku male waan d'ibi imbeenne waan jed'e, Nami kunini maani nu baha? Worri Saulo tufate woma kennuufi dide.


Lafele Yusufu, ta worri Israeli lafa Misiri keesa d'ufeeni, Shekemuti awaalani, fulla Yakobooni ilmaani Amori abba Shekemu, qarsi d'ibba tokotini iraa bite taani. Fullaani sunini qooda lafa ilmaani Yusufuti kennani keesa jirti.


Ijoolleeni isaa, Iraa hafi jetteeni, ammo inni iraa hafu dide waan jed'e, Haga due boola seenuti anini isaa inuma boha. Duuba boha lakisu dide.


Jennaani woya, qarsi, worqi faaya ch'ufa Rebekaa kenne. Ammalle miha dadansa oboleesa isiitiifi haad'a isiile kenne.


Yahudiini hedduuni gara Marthatiifi gara Mariamu d'ufte aka maro lubbu oboleesa worraatiifi iraa hafaa jettuuni.


Nama d'ibi iyyaalini, hiyyeesa nami olla isaaleeni infed'u, ammo dureesi jaallowaani heddu qaba.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite