9 Nami gorjama argu hojuma suni mudame lafa d'aa.
lafti guddo chochoti, fulla heddu beelafi d'ukubati d'ufa; waan nama mudamsisatifi akheekha guddati gubba mullata.
Gaargali suni hojja ch'ufa galgalaafi diirama isani illakisu, guyya ch'ufa isanumati d'ufa. Dubbini hareetiini Waaqa iraa d'uftu ch'ufti mudamsu hareeti d'ibiini isaniti d'ufti!
AABBO Waaqi waan jed'eeni, Guyya toko anini worra Israeli kana waan guddo hamtu tolcha, aka nami d'agayu ch'ufti rifate gurra qaabatu.
Gaargali kunini qalbi isani d'owe isani maraacha.
Yo guyya toko tut'e, sodaa deebite iti indeebitu; had'iisa inni si had'u haga jirtu indeetu!
Inni yo dallane aka male hama; nami tokoleeni dandae garaa jabaate isa dura ineju.