Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 41:11 - KITAABA WAAQA

11 Eenuti dandae isa had'e duraa baha? Nami dandae akasi tolchu tokoleeni injiru.

Gade chapit la Kopi




Aayubu 41:11
18 Referans Kwoze  

Eentu taka woi isaa kenne, aka inni galata deebisuufi?


Lafafi wonti isi keesa jira ch'ufti ta AABBO Waaqaati; biyyeefi wonti isi gubba jira ch'ufti tama isaati.


Yo atini nama d'uga taate maanini Waaqa qarqaarta? Wonti Waaqi sira fed'u injirti?


Anini hojja beelae isaniti inhimu; wonti akanatiifi lafafi wonti keesa jira ch'ufti tiyyuma.


Gubbaleeni haguma geetunu ta AABBO Waaqa keesaniti: lafafi wonti isii keesa jiraleeni ch'ufti ka isaati,


Amma waan kanafi hojja isani qonqo tiyya d'ageetani wold'aqisa kiyya guuttani, isani nama kiyya ka nati aanu taatani, nama lafa tana keesa jiru ch'ufa ira, ato lafti ch'ufti tiyyale taate.


Akuma t'aafiini jettu, Lafafi wonti keesa jira ch'ufti ta Aabbooti.


Ammo yo nami toko, Sagale tana ya waan harkaani boch'ani baasani isaniini jed'e inyaatiina, maro nama waan suni isaniini jed'eetifi maro herega namaatiifi,


Gubbaani ta AABBO Waaqa ch'alla, ammo inni lafa yayu namaa kenne.


Atini d'ufte eeba guddo kenniteefi, sure hayyuma ta worqi mata isaa gubbaa keete.


Sanduqi Wold'aqisa AABBO Waaqa lafa ch'ufaa isani dura galaana Yordani taaka.


Akanumati, ka gaari woma quba inqamne, buqise, dallansu ufiitini balleesa.


fullaani Ekheraani teetu Waaqa durati imbanamti; wonti tokoleeni ka fulla ekheraa suni Waaqa d'ossa injirtu.


wonti akanatiifi inni muumme lafatifi waan lafa gubba jira ch'ufa inarga.


Waan atini waan Waaqi tolche quufu diddeefi, waan inni waan atini feetu tolchu seeta? Dubbini gara kiyya injirtu, gara kanke jirti, waan atini heredde nati himi.


Me, waan miila goorjama siti hime, aka inni jaba hama si barsiisa, ch'aqasi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite