Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 41:10 - KITAABA WAAQA

10 Inni yo dallane aka male hama; nami tokoleeni dandae garaa jabaate isa dura ineju.

Gade chapit la Kopi




Aayubu 41:10
13 Referans Kwoze  

Waaqi guddo qaroomafi jabeenna qaba, Eenuti dandae isa dura eje, isaani wo morma?


Yokhaani Aabbo qot'isisu feena? Waan nu isa ira jajabo


AABBO Waaqi waan jed'e, Yeremia, atini ufiftu ka namaani woliini utaalu dad'abde, dandeete farda woliini utaalta? Yo lafa diidatu keesa eju dad'abde, akami dandeete danqara Yordani keesa ejita?


Atini aka kiyya jabaa? Qonqooni tante aka tiyyaa imandiiti?


Worri guyya abaaru, ka gorjama kaasu, ha guyya suni abaaruti.


Worri janna nyeench'a ka wa gaadu fakaata; hojja inni rafu eentu dandae kaasa? Nama Israeli eebisu ineebisanifi, ka abaaru inabaarani.


Yudaani kuble nyeench'aa fakaata, ta bineensa nyaatte kaate biraa deemtu. Yo isiini dirirfatte ch'iiftu, eentu dandae kaasa?


Nami gorjama argu hojuma suni mudame lafa d'aa.


Akuma nyeench'i badda galaana Yordani keesaa bahe lafa doti marra qabdu d'ufu, aninileeni akasuma d'ufe, worra Edomu lafa isaani keesaa tassa baqachiisa. Duuba nama anini fohad'eti lafa mohata. Nami na gahu lafa keesa jira? Nami woi na gaafatu jira? Nami lafa fidu, ka dandae nani morku, jira?


Akuma nyeench'a badda Yordani keesaa bahe lafa doti marra qabdu d'ufu, anini AABBO Waaqi d'ufe, worra Babiloni tassa dira isaani keesaa baqachiisa. Duuba nama anini fohad'eti lafa mohata. Nami na gahu lafa keesa injira? Nami woi na gaafatu injira? Nami lafa fidu, ka dandae nani morku injira?


Bakalchi isaa ka ganama ha dukanauti; guyya suni biiftuuni baate lafti inguyyaini,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite