Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 40:10 - KITAABA WAAQA

10 Yo akasi taate, guddinnaafi ulfinna kanke sunini olkai; guddinnaafi ulfinna kanke suni uyifad'i.

Gade chapit la Kopi




Aayubu 40:10
16 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi hayyu. Inni guddinnaafi jabeenna uyyifata. Lafti fulluma ufii ejiti, dandaani inchochoosani.


AABBO Waaqi gumi ufi iraa gammade, nama ufi inguddimniele nyaapa isaa dabsachiise ulfeesa.


Inni d'uga aka ubaara qomati keeyatte, baafama aka kofia sibiila matati keeyata. Inni herega waan hamtuuni balleesani aka woya uyifate. Nama nami dabse gaargalchale haalo baasa.


Duuba hojja wonti hobaa waan inhobaane keyatte, ammalle hojja wonti dua waan indoone keyatte, gaafasi d'ugaani t'aafi mullatti ta, Dua la liqimsani; dabsachaani ya qit'oofte! jettu.


Ilaalacha nutiini ind'ufiini, ammo waan hamtu nuraa d'owi.


Guyyaani ind'ufa, ka AABBO Waaqi dame lafa keesa jirtu ch'ufa guddise mid'aadu tolchu. Nami Israelii ch'ufti, ka hafe, mid'aani lafti sunini baaftu iraa gammade, kiyyibaani.


Waaqi dira Sioni, ka guddo mid'aagu keesa ifsa.


Maro qarqaarsa keetitifi guddinni isaa yayu guddate; atini yayu gurrafi ulfinna gudda kenniteefi.


Nami farda jabeenna kenneefi gama iti tolche sii?


Irreefi humnaafi, guddinnaafi mid'aagumafi jabeenni keetuma. Wonti gubbafi lafa keesa jiraleeni ch'ufti keetuma, atini hayyu hayyu ch'ufa mohatu.


Woya qulqullo oboleesa kanke Haruni hod'i, ta mid'aagumafi guddinna kennituufi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite