Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 4:3 - KITAABA WAAQA

3 Me ilaali, atini nama heddu barsiifte, nama laalaafale jabeesite.

Gade chapit la Kopi




Aayubu 4:3
21 Referans Kwoze  

Harka dad'abbi qabuufi miila lalaafe hollatu jabeesa, nama garaa lafeeni waan jettani, garaa jabaad'a, insodaatina,


Tanaafi harka keesani ka aare isani iraa bue olfud'ad'a! Jilba keesani ka lalaafe qajeelfad'a!


Ammo anini yayu sii kad'ad'e aka d'ugefachaani tante inhanqanne. Ammalle atini eegi nati deebite, oboleyaani tante jabeesi.


Jechi nama d'ugaa nama heddu wo baha, ammo daallumti nama ijeefti.


Anini sila gorsaani isaani jabeese dubbi dansaani isani kiba.


Hasaa keesati dubbi hamtu injed'ina. Dubbi dansa, ta nama qarqaarte jabeesitu ch'alla jed'a, aka worri d'agayu eeba argatu.


Malaikaani gubba isati mullatte garaa isaa jabeesite.


Yoshua, dubbi inni gula deemu male taani iti himi, garaafi herega isaa jabeesi; wonti akanatiifi inni lafa atini agarte taani biyya geese iti qubachiisa.


Kiyyiba keesanini isani nama dadansa anini balleesu infeene sodachiiftani, worra hamamale ka sila hameenna ufi lakise lubbu ufi baasu fed'u d'owartani.


AABBO Waaqi guddaani yayu araba na qajeelche, aka anini nama dad'abi qabu dubbi t'iyaani jabeesu. Diirama ch'ufa inni na kaase, aka anini waan inni na barsiisu fed'u ch'aqasu.


Qarooni beekha ufitini gurra baafata, dubbuma isaa miooftuni nama ufi gula deebisa.


Dubbini qaroo beekha nama ch'ufaa kenniti, ammo heregi daalle akasi intolchu.


Anini isa yayu fohad'e, aka inni ilmaani isaatiifi ababoota isaa gorse, aka worri na ch'aqase waan dansaafi ka qajeela tolchu. Yo worri waan kana tolche, anileeni waan Abrahamuu Intolcha jed'e ch'ufa intolchaafi.


Yo hasooftani dubbi dansa miooftu hasaa. Ammalle nama woi isani gaafate qajeelcha deebisaafi.


Guyya torba ch'ufa worri jila Qit'a bukho inqamne gammadani tolfate. Wonti worri gammadeefi, waan AABBO Waaqi hayyu Ashuru worraa naasise, innileeni ijaarsa Mana Waaqa Israeli keesa worra qarqaareefi.


Dubbini tante nama gufate kibde nama laafe jabeesite.


Nami na d'agaye dansuma tiyya dubbate, nami na argeleni quufa kiyya dubbate.


Anini ballaa ila tahe, naafa miila tahe.


Anini hiyyeesa abba tahe, nama fuula imbeennele ch'ufa qarqaare.


Hojja anini biyya gorse, biyyiti ch'allifte aka dansa dubbi tiyya ch'aqafte;


Guyyaani ind'ufa ka Yerusalemuni, Ee Sioni, sodaatte harki kanke inhollatiini! jed'ani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite