Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 4:19 - KITAABA WAAQA

19 Mala keeti, waan inni nama d'oqe iraa mid'aasani ka dandaani aka billaacha ch'arasani d'ugeefatu seeta?

Gade chapit la Kopi




Aayubu 4:19
18 Referans Kwoze  

Qaabad'i, atini duri d'oqeeni na mid'aasite, amma gargalte, bulleesite biyye na tolchita?


Jennaani AABBO Waaqi biyye lafa iraa fuud'e nama tolche, hafuura jireennaa funaaniti afuufe, nami suni sunumaani jiraate lubbu argate.


Anaafi sii Waaqa durati haguma taka, nuu lachu biyye ira mid'aasani,


Hojatte damfitu male, sagale inyaattu, haga biyye keesaa baateti deebituuti; atini qara biyye, biyyuma suniti deebita.


Ammo nu worri hori lubbu kana qabu aka okote faara jirra, aka nu jabeenna inqamne ammo Waaqi jabeenna gudda qabu agarsiisani.


Atini hojja ch'ubbu namaa agartuu gorsa jabaani isa qajeelchite, ammalle aka buuqataani woi balleesu waan nami suni jaalatu balleesita. D'uguma nami qilleensa ira injiru!


Tanaafi anini shame ch'ich'ite, woya billaachi nyaate fakaad'a.


Mammaasi keesani akuma daara woma keesa injirre, moromani teesanileeni akuma d'oqe bulloofti.


Abrahamuuni ammalle waan jed'eeni, AABBO Waaqa, dubbi anini si gaafad'u tana naa araarami; wonti akasitiifi anini nama, waan tokole siini jechu himmalle.


Akuma t'aafiini jettu, nami ch'ufti aka buuyo jira, guddinni nama ch'ufti aka daraara buuyo jira; buuyooni godde, daraaraani isii jiga,


Nu imbeenna aka yo waaro nu keesa teennu tana tarsaasani — waarooni tuni nafa keenna — Waaqi mana nu keesa teennu nu mid'aasa, mana inni harka ufitiini mid'aasu, ka haga hegeri tau.


Nafi isaa biyyeeti deebie, hafuuri isaa ka jireennale gara Waaqa ka qara isaa kenneti deebia.


Nami, yo lubbuuni keesaa baatu, biyyeeti deebia; guyyuma suni mali isaa ch'ufti hobaa.


Ato guyyaani worraa ingeenne bisaani fach'aani worra liqimsani.


Inni akuma daraara bahe, qanch'oorate bada; akuma gaandidu yoosu dabra.


Nami maani re, ka ufiftu raamofi buqata fakaatu? Waaqa durati nami maani keesa jira?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite