22 Inni waan tokole insodaatu, goraadele ind'eetu,
Wonti lafa tana keesa jira ka isaani wolfakaata injirtu; inni bineensa woma insodaanne,
Yo isiini utaalchaa kaate, fardafi yaabatu isale inkofalti.
Isiini aka waan okhokaani sunini ka isii intahiini taate, aka hujiini isi lafati badu iyyaaltu.
Inni deema fed'afi tae, bale keesa lafa haad'ate, irre ufitini; ch'ee had'iisati iti d'aabata.
woraani nami isa yaabatu harkaa qabu adu keesati qilise bibiliqa.
Ch'aqasa, d'uqeesa lichotiifi kokeesa miila gaaritiifi gulubsu fardatiifi dibbeesa gaarile!