6 Worri goda d'akhayetifi boola d'akhaye keesaa qotanile keesati gala.
Worri Midiani sunini worra guddo irre worra Israeli ira qabu, tanaafi worri Israeli godaafi boola gaareeni keesati, fulla nyaapi nama ingareeti duraa d'okhate.
Jennaani hayyoota lafatiifi jara lafa fidufi askarti gugurdofi dureeyifi worra gugurdafi nami ch'ufti, tisseefi balchaleeni, goda gaara jalati d'eete.
Biyyiti goda d'akha keesati d'okhati yokhaani lafa keesati boola qotatti, aka dallansu AABBO Waaqaa duraa baqatani, jabeennaafi guddinna AABBO Waaqa duraa bahani, gaafa inni lafa chochoosu d'ufu.
Nami ch'ufti worrati iye gusse, akuma hattu iti iyyaani gussani.
Lafa aloo keesati aka harre baroodani, gurbi jaalati wolti mamat'ane ch'iisa.