11 Waan Waaqi na laafise irre na d'owefi, worri aka male nati dallane.
Inni worra lafa fidu ch'eerse, worra irre qabu irre isaani balleesa.
Inni hayyootale hayyuma iraa fuud'e hid'aansa geesa;
Nami nama aada guutu ufi sehu eennu? Yo inni araba ufi intissine, inni ufi sobe, aadaani isaa woma imbaatu.
Worri na himate iyye waan jed'u, Lee! Lee! waan atini taate ya agarre!
Aka fardatiifi yokhaani aka gaange indaallaini, ka lugamaafi fuuloni lenjisani harkati deefatani.
Gaafa duri armaa deeme waan ch'ufa qaba, ammo AABBO Waaqi ya duwa na galche. Maafi Naomi naani jettani, eegi AABBO Waaqi guddaani lafa na buuse gaargala natiini d'ufe?
Dallansuuni tante nati ulfaatte, d'awaani isiileeni na ch'ach'absite.