Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 3:5 - KITAABA WAAQA

5 Guyyaani sunini ha gaandidae dukanauti; dumansi ha ira tahe, adu d'osse dukaneesuti.

Gade chapit la Kopi




Aayubu 3:5
25 Referans Kwoze  

Yo anini dukana sipe keesa deemule, ee AABBO Waaqa, atini na woliini jirta, tanaafi anini woma insodaad'u. Uleefi harch'umeeni tante na jabeesiti.


AABBO Waaqa keesani guddisa, ato inni dukanaani d'ufe gaareeniti isani ingugufachiimne; ammalle ato inni ifsa isani abdatani dukana sipe intolchine.


Worri duri dukana keesa yau, amma yayu ifsa gudda arge, worri duri lafa gaandiddooftu keesa taa, ammo amma tana ifsaani ya worrati ifse.


Nami fulla guddo dukanootule keesa wobarbaade qile boolale keesa d'akha qota.


Aka nami dukana keesa tataufi ka gaadisa duisa keesa tatuleti ifsu, aka faana teenna kara nagayaati qajeelchu.


Nami dukana keesa tau yayu ifsa gudda arge worra ardaafi gandidu duisa keesa tatau ifsaani yayu iti mullate jettu.


Worri, ato anini lafa Misiri keesaa baase lafa aloo ta gamooji lafa d'eebicha ta maansa qabdu, lafa goddu gaargala heddu qabdu, ta nami tokoleeni iti qubate yokhaani imaltule keesa indeemne, keesa worraani deemele, diqole na iyyaalle.


Nami taka balbala fulla ekheratini d'aqani ya si garsiise? Yokhaani balbala dukana sipe taka agarte?


Worri ifsa guyya sodaate, dukana halkani jaalata.


Isani gaara nami harkaani tuqu dandau, ka aka ibida balalie bobau, dukana sipefi bubbe guddofi


Anini jila teesani boha tolche sirba keesani ka gammada faaru bohaa tolcha. Anini mata keesani isani haadachiise ch'arqi hid'aanati isani naqa, duuba isani worra ilma ufii tokocha due bohu fakaattani. Guyyaani sunini haga muumme laalala jabdu qaba.


AABBO Waaqi urji mid'aase, Torbaanifi Arba Gaadule. Inni dukana sippe guyyaase, guyyale halkani tolcha. Inni bisaani baariini gayaame lafa godduti naqa. Maqaani isaa AABBO Waaqa.


Guyyaani suni gaandidae dukanae, guraatae dumansaa. Duuli awaanisaa dukanae, lafa ira dabre, gaara gubbaa gad'ufuu jira. Wonti kunini waan nami taka inargini, ammalle itumaa deebiani inargani.


Akuma tissituuni ree ufi, ta gargari firfirfamte, wolti deebise qorqorattu, aninileeni akasuma hooliye tiyya ta guyya dumansa ka dukana gargari firfirmte, fulla ch'ufaa wolti guure qorqorad'a.


Guyyaani AABBO Waaqa ya d'iaate, guyyaani sunini guyya dumansa ka gosa ch'ufa balleesani.


Lafti boote, gubbaleeni dukanoofti. AABBO Waaqi ya jed'e, dubbi ufi gara ingalchu; inni ya buufate, ufi ira indeebiu.


Inni gaargala dukana kaani keesaa worra baase, sansalata worraani hid'anile ch'ach'abse.


Nami gari dukanae, dukana keesa taa, worri nama hid'aansa keesa jiru ka sansalatani hid'ani fakaata.


ammo atini nu qarqaaru didde, nyeench'afi worabesati nu lakifte, dukana sipe keesa nu buufte.


Anini bohe, ilti na diidimate, iiti ila tiyya ch'ufa na marsite,


Ilmaani teesani iti hima, aka isani duri d'at'ani hunda gaara aarii dumansa d'osse bobai ibida waaqati eje jala ejaanjitani.


Guyyaani suni ha dukana tahuti! Waaqi gubba guyya suni deebie inqaabatiini; ifsaani deebie iti inifsiini!


Halkani suni ha dukanti liqimsituti, ha bulti wogaatiifi ta jiale ch'ufa keesa kutaniiti!


Dukanti sipeeni, ta ch'ubbicha Waaqa dura d'ossitu, injirtu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite