Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 28:12 - KITAABA WAAQA

12 Ammo qarooma Eesa argani? Hubachaani eesati galti?

Gade chapit la Kopi




Aayubu 28:12
14 Referans Kwoze  

Yo nami tokoleeni isani keesa beekha d'abe, ha Waaqa kad'atu, duuba Waaqi naaso, hifacha male waan ch'ufa namaa kenna.


Qaroomi eesaa baha re? Hubachaani eesati galti?


Qarooma ufitini AABBO Waaqi lafa uume hubacha ufitileeni gubba dirirse.


Isati qalibifi herega Waaqa ka d'ossani, namaa mullisa.


Galati dansaani ka namaa kennanifi ka namaa baasani ch'ufti gubba gadi d'ufa, fulla Waaqa, ka ifsa gubba uume. Inni injijiramu yokhaani garingalu.


Waaqi waan namaani jed'e, sodaani Waaqaa qarooma, ch'ubbu lakisitini hubacha.


Atini d'ugaafi qajeeluma nama ira feeta, taanafi qarooma kanke naa kenni, qalbi tiyya keesa kai.


Tanaafi amma qalbi anini gumi tante tanaani d'uga gula fidu naa kenni, aka anini waan dansaafi hamtu gargari beekhu. Yo atini qalbi naa inkennini, anini akami dandae gumi tana fida?


Fulla galaani iraa bau qotani, waan d'ossani ch'ufa mullisani.


Waaqa ch'allati kara isaa hubate, fulla inni bahufi beekha,


Nami jiru ch'ufti qaro tahu male; wonti akanatiifi qaroomi d'aala ira wo namaa baha,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite