5 Ekheraani bisaani lafa jala keesa jirtu holate,
Atini nama due jette, waan mama intolchita? Worri kae si infaarsa?
Gaafasifi eegi sunile worra gugurda toko lafa jira, ka haga woi gagahu, ka dubarti namaatiifi ilmaani Waaqaa d'alte. Worri worra jajaba duri, ka lafa keesati gurra qabu.
Ato gaafasi due, amma sila ya hafuura baafad'e.
Atini mala keeti, waan nami dubbi tante tana ch'ufa d'agayu jiru seeta? Eenuti dubbi tana si dubbisise? (Bildadi)