Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 24:7 - KITAABA WAAQA

7 Halkanile woya male qulla bulani, waan d'aamocha iraa d'owa d'abani.

Gade chapit la Kopi




Aayubu 24:7
11 Referans Kwoze  

Siti duri oboleyaani tante iraa woya qabdo fud'atte qulla lakise.


Jennaani gumiini Waaqa Yudeafi Galilayafi Samaria keesa nagaya argate eebifamte, Aabbo Waaqa sodaate qarqaarsa Lubbu Qulqullotiini jabaatte heddatte.


Sagale teesani nama beela qabuu kenna, hiyyeesa mana inqamne mana keesani bana. Nama qulla yau woya kenna, fiit'a teesani qarqaaru indidina.


Isiini d'aamochale insodaatu, wonti akanatiifi worra isii ch'ufa ya woya d'aamocha d'owartu mid'aasite.


Ammo hiyyeeyiini woya d'abde qulla yaate, ka woma garaa inqamne mid'aani biyya galchiti.


Guyya heddu sii jed'e, guyya aduuni due halkani d'aamochaani due hiriba d'abe.


Hiyyeeyiini oobru biyyaa murte oobru ch'ubbicha keesa mid'aani zabibu guurti.


Bokeeni gareeniti roobu worra jisse, worri d'akha jalati baqate aka qobatu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite