Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 24:4 - KITAABA WAAQA

4 Hiyyeesa d'uga d'owani, nama woma inqamnele baqachisani.

Gade chapit la Kopi




Aayubu 24:4
22 Referans Kwoze  

Yo nami hamaani lafa mohatu, biyyati baqate d'okhati, ammo yo isa gargalchani nama dansaati deebie mohata.


Worri nama lalaafa woma indandeenne ira ejaanjate mamach'arse, hiyyeesale darbe kara iraa gorsa. Abbaafi ilmi intala takaani rafani, akanaani maqa kiyya qulqullo t'ureesani.


Ganama nami wo ijeesu lafaa kae hiyyeesa ijeesu d'aqa; halkani d'aqe wo hata.


Dureeyyiini nama sobde, nama saamte, hiyyeesafi nama gosa d'ibi, ka lafa worraa keesa taule, waan hamtu tolchite balleesiti.


Ammo abbaani isaa, ka nama dabse saame, ka hojja ch'ufa waan hamtu nama tolche kaani, ch'ubbuma ufi suniini dua.


hiyyeesa dabse saame, qabdo nami iti kennele deebisu dide, ammalle Waaqa d'ara kad'ate, artiti waan ch'eera hamtule tolche,


Aki isani hiyyeesa d'uga d'owitani dabsitani balleesitani akana. Aki isani hori nad'eeni hiyyeeyitifi ka ilmaani hiyyeeyi saamtani guurattani akasi.


Nami garileeni hiyyeesafi hiyyeeti dabse nyaate fit'e akasiini bula.


Hojja nami d'uga guddinna lafaani fidu argatu, nami ch'ufti ingammada, ammo yo nami hamaani lafa fidu nami ch'ufti ind'okhata.


Nami dureesaa hori kenne, ammo hiyyeesa dabse akasiini ufi wo horatu, eege inhiyyoomata.


Nami sunini taka namaa innaane inni hiyyeesafi d'ipatafi nama qarqaarsa womatu inqamne gusse ijeese


Ayyaana isaati ka hiyyeesaa nahu; hojja inni gaargala qabu AABBO Waaqati isaa qarqaara.


Anini taka hiyyeesa qarqaaru indinne, yokhaani nad'eeni hiyyeeyile nahu indinne


Anini duri nama gaargala qabu woliini bohe, hiyyeesaa innaane?


Yo hiyyeesi nati bohe anini inqarqaare, ilmaani hiyyeeyile gaargala keesaa baase.


Anini hiyyeesa abba tahe, nama fuula imbeennele ch'ufa qarqaare.


Hojja nama hiyyoomate woya bitachu dad'abe arge


Nami hiyyeesa dabsu ya Waaqa isa uume arabse, ammo nami hiyyeesaa nahu Waaqa guddisa.


Isani nad'eeni Samaria gagabbo aka haawicha Bashani, ta nama lalaafa dabsite hiyyeeyi gaargalchitu, ta d'iirsoota ufii yaamte, Faarso nuu keenna jettuuni, dubbi tana ch'aqasa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite