Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 23:11 - KITAABA WAAQA

11 Faanti tiyya ejata isa gula deemti, anini kara isa taka ira ingorre.

Gade chapit la Kopi




Aayubu 23:11
21 Referans Kwoze  

Garaani keenna taka sira indeebine, yokhaani kara kanke taka iraa ingorre,


Nami gari waan dansa tolcheti guddinnaafi ulfinnafi jireenna ind'umanne barbaadata: nama akana kana Waaqi jireenna hegeri kennaafi.


Ammo hojja atini worra ch'ubbu gaargalchitu, nama kara kanke lakisule gaargalchi. Worri Israeli ha nagayaani tau!


Anini hojja ch'ufa daandi tante gula deeme taka iraa ingore.


Nami waan d'uga qabu ufi sehu, haga qara ira waan d'uga qabu ufi seha.


Wonti nu ufi guddimnuufi tana: heregi keenna aka dansa nu beesisa, aka lafa tana keesa, keesuma jiddu teennaafi teesani, nu garaa tokooni d'uga Waaqi nu kenneefi eeba Waaqaatiini teenne, ammo qalbi namatiini inteenne.


Ammalle anini worra garagale na gula yau dide, ka nati d'ufe qarqaarsa naraa imfed'anne, imballeesa.


Dubbini afaani isaa keesaa baatu ch'ufti ta ch'ubbutiifi ta d'araa, ammalle inni waan dansa qajeeltu deebie intolchu.


Isani nu d'uga, Waaqileeni nu d'uga: adabi keenna isani worra d'ugefateti qulqullo qajeela, wollaalale inqabu.


Ato sila aka inni akasi tolchu beekhe olch'ech'e gammada, ato guddo d'ukubsachu jiraad'ele. Anini imbeekha Waaqi qulqullo, anileeni taka dubbi isatini imorkine.


Yo anini kara iraa gore ilti tiyya ch'ubbu keesa na buufte, yokhaani harki kiyya t'urae,


Kiyyibaani hojja ch'ufa na miid'a ammo anini seera kanke iraa ingorre.


Aka anini ch'ubbu inqamne, ka nami d'ibileeni dandae sii dura na imbaamne, atini imbeeta.


ammo atini nu qarqaaru didde, nyeench'afi worabesati nu lakifte, dukana sipe keesa nu buufte.


Qaroomafi hubacha argad'i, dubbi tiyya deete iraa ingorini.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite