8 Ato atini nama dureesa oobru guddo qabu ka gurra qabule taate,
Mataani jaaroleefi worra gurra qabu — eegeeni raagoota dubbi d'ara barsiiftu!
Worri ch'ufti aka waan hamtu tolchu ya iti ogeesa tahe. Jaaroleefi jaallabi gumbo nama ira fud'ata. Nami gurra qabu waan fed'u worra suniti hime duuba ch'ubbu iti wold'aqani.
worra gugurda askartitifi worra gurra qabuufi worra nama dura yaufi falfaltule ch'ufa iraa fuud'a.
Anini taka dubbi biyya sodaad'e ch'allise manati inhamne maro goyeesa worra sodaad'ufi.
Isani isaa dubbachu feetani? Dubbi keesa isaa kalchu feetani?
Waaqi lafa harka worra ch'ubbuti kenne nama wo qoru ch'ufa balla tolche. Yo isa intahiini eenuti tolche re?
inni qaalole huji qaalluma iraa fuud'e worra jajabaale balleesa.