Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 22:7 - KITAABA WAAQA

7 Atini nama dad'abi qabu bisaani d'owatte, ka beela qabule sagale d'owatte.

Gade chapit la Kopi




Aayubu 22:7
13 Referans Kwoze  

yokhaani taka sagale tiyya koba nyaad'e ilmaani haad'afi abba inqamne ind'owanne.


Gaafa anini beela qabu beela na baasu diddani, ka anini d'eebod'e d'eebu na baasu diddani;


Sagale teesani nama beela qabuu kenna, hiyyeesa mana inqamne mana keesani bana. Nama qulla yau woya kenna, fiit'a teesani qarqaaru indidina.


yokhaani nama dabse saamu baate, ammo qabdo nami hori isa ira fud'ate iti kenne deebiseefi, beelaa beela baase, ka daara qabu daara baase.


Inni nama indabsu, yokhaani nama insaamu. Inni qabdo nami hori isa iraa fud'ate iti kenne deebise, beelaa beela baase, ka daara qabu daara baasa.


Ammo akuma t'aafiini jettu: Yo nyaapi kanke beela qabaate, nyaachisi; yo inni d'eebu qabaate, bisaani obaasi; yo waan kana tolchite, ch'ile owitu mata isaa gubbati guurta.


ammalle nama beela qabu quubsitani, nama gaargala qabu, gaargala keesaa baaftani, dukanti isani marsitu tunini garagagalte ifsa guyyaa taati.


Nami hiyyeesa wo kenne ya Waaqa wo kenne, AABBO Waaqileeni waan inni kenne suni inuma deebisaafi.


Inni arjomaani hiyyeesa woi kenne, dansumti isaa haga jirtu inhobaatu, inni irre horate, gurra dansa argata.


Nami na hojatu ch'ufti imbeekha, aka anini keessuma gololchu.


Anini taka hiyyeesa qarqaaru indinne, yokhaani nad'eeni hiyyeeyile nahu indinne


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite