Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 22:6 - KITAABA WAAQA

6 Siti duri oboleyaani tante iraa woya qabdo fud'atte qulla lakise.

Gade chapit la Kopi




Aayubu 22:6
12 Referans Kwoze  

Yo isani woya namaa aka qabdo iraa fuutani, ato aduuni ind'iini, deebisaafi;


yokhaani nama dabse saamu baate, ammo qabdo nami hori isa ira fud'ate iti kenne deebiseefi, beelaa beela baase, ka daara qabu daara baase.


hiyyeesa dabse saame, qabdo nami iti kennele deebisu dide, ammalle Waaqa d'ara kad'ate, artiti waan ch'eera hamtule tolche,


Harrele ilmaani hiyyeeyi iraa fud'atani, sanga haad'a hiyyeesale qabdo fud'atani.


Nama woergiftani, d'akha daakhu qabdo ira infud'atina. Yo iraa fuutani ya worra suni waan worri sagaleeni mid'aafatu d'owaitani ijeeftani.


Fulla sorio baasani iti kad'atani ch'ufati worri woya qabdo ta hiyyeesa iraa qabateeni rafe Mana Waaqa isaani keesa daad'i nama gati worraa qabu iraa d'uga.


Inni nama indabsu, yokhaani nama insaamu. Inni qabdo nami hori isa iraa fud'ate iti kenne deebise, beelaa beela baase, ka daara qabu daara baasa.


Halkanile woya male qulla bulani, waan d'aamocha iraa d'owa d'abani.


Yo hiyyeesi nati bohe anini inqarqaare, ilmaani hiyyeeyile gaargala keesaa baase.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite