11 Lafti siti dukanoofte, woma argu dad'abde, fach'ai bisaani sira deebie si liqimsa.
Bisaaleeni na liqimsani, ufi sodaad'e waan lubbuuni na keesaa baatu ufi sehe.
Atini d'immu baariini qile keesa na buufte, ka bisaani gama ch'ufa na marsani, fach'aafi d'aawaani bisaani na gubbaa baate.
Waaqi yayu kara nati hid'e, anini dandae indabru; inni ya kara kiyya dukana keesati d'osse.
Ammo nami Finna suni iti d'alate dukana ala keesa buusani, achiti nami bohe ilkaani qara.
Inni na fuud'e dukana sipe keesa na buuse.
lafale millate, ammo gaargalaafi dukana nama mudamsiiftu, ta worra iti gussani male, woma inargu. Karaani worri gaargala kana dura baqate bahuuni injiru.
Ammo karaani worra hama dukana aka halkaniti, ka nami keesati jigu waan isa buusu imbeenne.
Atini dandeete dumansaani lolte, bisaani muumme inqamne gadi imbuufta?
Isa lafa keesaa baasani, ifsa keesa dukanati geesani.
Ifsaani waaro isaa gaandidae, ifseeni isaa bira ejitu d'aamti.
Worra suni guyyaani dukanti ira buute, guyya guddaani aka nama halkani deemu jonjani.
Duuba gaargala kanke ch'ufa, yo suni deete, aka lola fooqateti heredda.
Ati waan jettu, Nama ch'ubbicha bisaaniti fach'ae fud'ata, lafa isaale ya Waaqi abaare; inni deebie oobru isa ta zabibu keesa inhojatu.