Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 21:4 - KITAABA WAAQA

4 Anini nama dubbi maani iraa qaba? Yo anini obsuu baad'e maani nara qabdani?

Gade chapit la Kopi




Aayubu 21:4
13 Referans Kwoze  

Anini maafi akana tae laalefad'e gaargala? Anini Waaquma abdad'a; ammalle deebie Waaqa kiyyafi baafama kiyya faarsa.


waan worraani jed'e, Naasuuni diquma na inijeesiini. Arma na woliini tataa eega.


Ee AABBO Waaqa, kad'acha tiyya naa d'agayi, qarqaarsa anini si kad'ad'u naa kenni!


Anini irree maani qaba ta jiraad'uuni? Ka d'aabu womatu inqamne akami tae obsa?


Niiti seseega woma keesa injirre na insehini wonti anini haga kana ch'ufa Waaqa akasi kad'ad'eefi maro gaargala gudda qabuufi.


Jennaani Musani waan kana worra Israeliti haasae, ammo worri waan garaani hamaate tissooma gaargala gudda ke jiruufi isa jalaa qabu dide.


Maanifi ch'ubbu tiyya gula deemte wollaala kiyya barbaada re?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite