Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 21:3 - KITAABA WAAQA

3 Qoomni anini dubbad'uuni naa kenna, duuba eegi anini dubbad'e haga feetani na goyeesa.

Gade chapit la Kopi




Aayubu 21:3
10 Referans Kwoze  

Nami na goyeesu na marse, ilti tiyya jibba worri na jibbu agarti.


Biyyiti na goyeesite, na marsite, fuula keesa na d'oofti.


Jaalani tiyya na tufate, ilti tiyya imimaani Waaqati booti.


Anati dubbata, me afaani qabad'a, wonti taha ha taatuti.


Yo Waaqi isani ilaale, inni waan dansa isani irati inarga? Isani aka nama sobdani, waan Waaqa sobu dandeetani seetani?


Mala keeti, waan dubbini tante, ta woma keesa injirre sunini, nu ch'allisiftu seeta? Yo atini nama goyeesite waan si ch'eersani inseetu?


Dubbi tiyya aka dansa ch'aqasa, aki isaani garaa na jabeesitani ha hagasuma tahuti.


Amma isani eegi waan kana ch'ufa ila teesaniini agartani, maafi teetani dubbi woma seesa injirre tana dubbatani? (Sofari)


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite