21 Nami hojja guyyaani isaa gahe, waan ilmaani isaa iyyaala?
Guyya namaatiifi bulti inni bulu qaraa mid'aasani. Atini qaraa hereddeefi, dandaani gara ingalchani.
Ee Waaqa, ka haga jiru jireenna teetu, haga anini jaare hobauti na inijeesiini.
Ammo, ee Waaqa, atini worra nama ijeese kiyyiba kaani, ato guyyaani worraa ingeenne, boolati guurta. Ammo anini gama kiyyani siuma ch'alla abdad'a.
Ilmaani isaa ulfinna argatti, ammo inni quba inqabu; yo worra ch'eersanile nami isati himu injiru.
Nami wollaala tolchu ha gaargala ufii argate, dallansu Waaqaa gudda arguuti.
Nami dandae Waaqa, ka hayyootale qoru, imbarsiisa?