11 Ilmaani worraa buraat'e aka ilmoole hoola tabati,
Ammo inni nama d'ipu qabu d'ipu suni keesaa baase, worra isaani daraarse, aka ree lafa ira dabarse.
Koromini worraa bara ch'ufa goobde, looni worraleeni, ka insaleesine, aka dansa d'alani.
kiraariifi fulludo d'oofte sirbiti.