Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 20:16 - KITAABA WAAQA

16 Wonti ch'ubbichi liqimse had'a, had'ani suni akuma had'a bofaa isa ijeefti.

Gade chapit la Kopi




Aayubu 20:16
9 Referans Kwoze  

Lubbuuni worraa aka awaala qotani jirti. D'arti araba worraa iraa baati, dubbini hamtuuni, ta aka had'aa bofa jirtu, afaani worraa keesaa baati.


Farisayoofi Sadukayoni hedduuni aada batiso fed'achu d'umnaani, Yohanani waan worraani jed'e, Isani ilmaani bofaati, eentu dalansu hegeri duraa baqad'a isaniini jed'e?


Tunini d'aamsa AABBO Waaqi waan bineensa lafa aloo ka bita d'aamate: worri ergani sunini lafa d'ipufi gaargala gudda qabdu keesa deema, ta nyeench'afi bofafi jaweeni aka male oriitu iti galtu. Worri harreefi gaala miha dadansa iti fae, gosa worra qarqaaru indandeenne geese.


Worri beelafi qand'ooni hobae, d'ukuba hamaani raawata. Anini bineensa ala, ka worra nyaatu, iti erge bofi had'aa qabu worra idda.


akuma daad'i had'aa bofaa ira mid'aasani.


Waaqi guddaani ya t'iya ufiitini na woraane, had'ani isii ya nafa ch'ufa na qabatte. Waaqi ya waan nama mudamsiisa fuula nati deebise.


Hegeri yo d'udde boriyyaate aka waan bofi si nyaate doote ch'iifta, aka waan buutini si iddite.


Nami namaa nahu woi ufi mid'aasa, ammo nami naasu inqamne woi ufi duraa yaka.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite