Wonti Edomu ka AABBO Waaqi guddaani jed'e tana: Worri Temani ya qalbi d'abe? Nami worra mala d'au ya mala d'aufi dad'abe? Qaroomi worraa ch'ufti ya bade?
Jaallowaani teetifi ta abba keeti inded'ini. Yo gaargala keesa seente, oboleesa kanke ka siraa fago jiru qarqaarsa inkad'atiini; nami olla keeti ka siti aanu oboleesa kanke ka fago jiru suni ira sii jira.