Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 19:21 - KITAABA WAAQA

21 Jaalani tiyya, naa naha, harki Waaqa ya na d'ae.

Gade chapit la Kopi




Aayubu 19:21
13 Referans Kwoze  

Ammo yo atini waan inni qabu ch'ufa harka keetiini iraa fuute, mala keeti inni si inabaaru?


Atini t'iya teetiini na woraante, lafaani na d'oofte.


Worra hid'aansa keesa jiru qaabad'a, aka waan hid'aansa keesa woliini jirtanu. Worra gaargala keesa jirule qaabad'a, aka waan ufile gaargalu jirtanu.


Yo mitaani toko d'ukubde, nafi ch'ufti ind'ukubsata; yo mita toko ulfeesani, nafi ch'ufti gammada argata.


Worra gammadu woliini gammada, worra bohu woliini boha.


Nami gaargala akana kana keesa jiru jaalani dansa fed'a, ato inni Waaqa gudda sodaachu batele.


Waaqi guddaani ya t'iya ufiitini na woraane, had'ani isii ya nafa ch'ufa na qabatte. Waaqi ya waan nama mudamsiisa fuula nati deebise.


Ayubuni waan jed'eeni, Atini aka nad'eeni woma imbeenne dubbata. Nu dansuma ch'alla Waaqa iraa eeganna? Hameennale ineegannu? Gaargala kana ch'ufa keesa Ayubuni taka woma dubbate Waaqa inhaalanne.


Ammo yo atini amma nafa isaa tut'e, inni fuuluma ke dura eje si abaara!


Ammatana ilaali, harki Aabbo si gubbaa jira; ila d'abda, haga bulti diqo toko lafa ingartu. Maro tokotu ilti isaa sapupoofte, lafti iti dukanoofte, inni deeme nama ule isaa qabu barbaade.


haga isiini gugurdattuuti eegu indandeetani? Tanaa jettani fuud'a diddani? Akasiniti, dubra tiyya, anini maro teesani guddo laalefad'a ka AABBO Waaqi naasu naa d'abe.


Amma gaargali si qabannaani obsu dad'abde inni siti d'ufnaani ira hafu dad'abde.


Maro heddu naasu male na d'aane na ijeese.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite