6 Ifsaani waaro isaa gaandidae, ifseeni isaa bira ejitu d'aamti.
Ifse deebiani si keesati inargani; qonqo intala fuud'atifi gurba fuud'a deebiani si keesati ind'agayani. Daldaltuuni tante duri daldaltu lafa ch'ufa ira jirti, hamaatte atini falfala d'araatiini nama lafa ch'ufa sobde jed'ani.
Ee AABBO Waaqa, atini ifsa naa kennite, dukana naraa balleesita.
Ifse ch'ubbicha taka ya d'aamfani? Worri akasi sunini tokoleeni taka gaargala ya argate? Waaqi taka worra ch'ubbuti dallane,
Worri dukana keesa jinjimate, aka nama machae dadaaqa.
Waaro inni nagayaani keesa tahu keesaa hirkisani, boola Duati geesani.
Gaafasi Waaqi na woliini jira, inni ato anini dukana keesa deemu ifsa naa kenne.
Ammo karaani worra hama dukana aka halkaniti, ka nami keesati jigu waan isa buusu imbeenne.
Ch'ubbichi boro inqabu, waan d'aabatule inqabu.
Hojja anini lafa si balleesu suni, anini gubba d'osse, urjile mullachu d'owa. Aduuni duumansa lit'e, jiileeni dukanaa.
Inni durooma ufiitini inturu, wonti inni horate, ka inhobaane, injirtu, gaandiduuni isaaleeni badde,
Ch'ubbichi ufumaa saaditifi kiyyibuma ch'alla gula deema, ammo wonti kunini ch'ufti daba.