Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 17:8 - KITAABA WAAQA

8 Nami d'ugaa akasi na arge, jennaani naraa rifata, duuba nami ch'ufti aka waan anini Waaqa imbeenne wollaala nati mura.

Gade chapit la Kopi




Aayubu 17:8
10 Referans Kwoze  

Duroomi Waaqaa waan gudda! Qalbifi hubachaani isaa waan guddo! Eentu waan inni muru beekha? Eentu kara isaa hubata?


Jennaani Paulofi Barnabani garaa jabaatani waan jed'ani, Dubbi Waaqa qara isaniti hasau malani. Ammo maro isani diddani jireenna hegeri ka isanii male argachu dad'abdanifi nu gara gosa d'ibii d'anna.


Ammo atini akami dandeete worra ch'ubbicha nama sosobu kana obsita? Ilti tante guddo qulqullo, dandeete hameenna ilaaltu, ammalle dandeete waan hamtu ilaaltu. Duuba atini maafi ch'allifta, ka ch'ubbichi tae nama isa ira d'uga gula deemu balleesu?


Hojja atini lafa toko keesati hiyyeesa dabsani d'ugaafi qajeeluma d'owani argite, imamiini. Nama gudda ch'ufa nama isa ira jiruti tissa, ammo worra lachule nama worra ira jiruti tissa.


Woni nami dandae tolchu injirtu, aka nama Waaqa imbeenne ka nama dabse lafa fidu, ufi ira d'owu.


Nami dadansaani gammada qaba, nami d'uga hojja nama ch'ubbicha ka d'aanani argu inkobla.


Anini waan kana d'ageennaani aka hama laalefad'e woya tiyya tarsaase rifeensafi areeda ufiraa bubuqise gatae, aka hama mata qabad'e bohe.


Waan nami ch'ubbu tahu mamte heredde ufi ingaargalchini; nama waan hamtu tolchule ind'iibeefatiini.


wonti akanatiifi gaafa anini aka worri ch'ubbuu woi horate waan sunini kooreeni arge, anini worra d'iibifad'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite