Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 16:11 - KITAABA WAAQA

11 Waaqi ya na lakise, harka worra hamaati naa kenne.

Gade chapit la Kopi




Aayubu 16:11
17 Referans Kwoze  

Atini harka nyaapa kiyyati na inkennine; ammo fulla anini fed'u ch'ufa na deemsifte.


Nyaapa suni ka d'araani had'e na balleesuu fed'u nati illakisiini.


Ammo aka ufi guddisu na d'owani maro waan dansa ka anini argeetiifi, nafa kiyya keesa qoraatiini na woraante; wonti na d'ukubse suni aka ergattu Sheet'ana taate na gaargalchite ufi guddisu na d'owarte.


Wonti akanatiifi Waaqi nama ch'ufa ya ch'ubbu worraa keesati hid'e aka nama ch'ufaa nahu.


Jennaani Pilatoni harka worraati kenne aka olfannisani. Jennaani worri Yeso iraa fuud'e.


Ilaala, aka ch'ubbichi waan hamtu tae garaa ufii keesati uumu. Inni waan hamtu malate kiyyiba gadi d'ala.


Jennaani Sheet'ani kae, AABBO Waaqa biraa deeme nafa Ayubu mamadaani qabate haguma gana faanati fuud'e gubbe matati d'aabe.


Atini reefu waan dansa na tolchite ka na ijeesu didde, ato AABBO Waaqi harka kanke keesa na kayele.


Waaqi lafa harka worra ch'ubbuti kenne nama wo qoru ch'ufa balla tolche. Yo isa intahiini eenuti tolche re?


Gaargali atini na gaargalchitu kunini fulluma? Aki atini waan uumte tufatu kunini dansaa? Aki atini herega worra ch'ubbicha jaalatu fulluma?


Biyyiti na goyeesite, na marsite, fuula keesa na d'oofti.


Anini qara nagayumani taa, ammo eege Waaqi lubbu na qabe, na d'ae na ch'ach'abse. Waaqi t'iya ufi nati abire,


Isani aka nami waan kana naa tolche Waaqa ingartani? Inni ya t'urura na hid'e, aka na qabu.


Isani maafi akuma Waaqi nyaate na fit'e nyaatani na fit'ani? Isani fooni kiyya inquuftani?


Anini maqa Waaqa guddaa jirutiini kakhad'a, ka d'uga na d'owe, jireenna nati had'eese —


Atini aka anini d'uga inqamne garsiisu feeta? Atini nama d'uga ufi tolchite nama d'uga inqamne na tolchu feeta?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite