Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 15:4 - KITAABA WAAQA

4 Atini ufiftu Waaqa sodaachu dide kad'acha isaale yala baate.

Gade chapit la Kopi




Aayubu 15:4
15 Referans Kwoze  

Nu d'ugefachaani Seera balleesina re? Hiyyo, akasiiniti! Seera jabeesina.


Anini eeba Waaqa indidu. Yo Seera guutitiini d'uga namaa heregani, yoosi Kristoni ufumaa due!


Jennaani Yesoni mammaasa kana worrati hime, aka nami guyya ch'ufa Waaqa kad'achu illakimne.


Ammalle anini worra garagale na gula yau dide, ka nati d'ufe qarqaarsa naraa imfed'anne, imballeesa.


Nami fiit'a nama due suni, ka huji awaala isaa harkaa qabu, reefa isaa baate mana keesaa baheeni nama mana keesati hafe yaame waan jed'uuni, Nami eegeti si woliini hafe injira? Duuba nami hafe kaani waan jed'uuni, Hiyo, tokoleeni injiru. Jennaani namichi fiit'aa kaani waan jed'uuni, Afaani qabad'i, nu maqa AABBO Waaqa d'aule himmalle.


Worri garaa tokooni na inkad'anne, ammo sire gubbati lafaani ufi d'ae, aka nama Waaqa imbeenne iyya. Ammalle hojja mid'aanifi daad'i Waaqa kad'atanile, ufi murani aka worra Waaqa imbeenne ufi tolchani, akasiini naraa gorani.


Ee AABBO Waaqa, biyyiti Seera kanke ch'absuu jirti, hojaani atini worra woi tolchitu ya geete.


Inni Waaqa guddati ingammada? Inni hojja ch'ufa Waaqa iyyaamata?


Nami gaargala akana kana keesa jiru jaalani dansa fed'a, ato inni Waaqa gudda sodaachu batele.


Yo sila anini si taate, anini Waaqa yaamad'e, gaargala kiyya iti himad'a.


Inni akami dubbi woma intahiini dubbate, dubbi akasiitini womorma?


Ch'ubbuuni tante afaanuma kanke iraa baati, atini malafi malteeni wo dubbata.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite