Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 13:7 - KITAABA WAAQA

7 Isani maafi d'ara dubbattani? Waan d'arti teesani Waaqa wobaatu seetani?

Gade chapit la Kopi




Aayubu 13:7
12 Referans Kwoze  

Wonti anini jed'u tokoleeni d'ara inqabdu; anini nami si dura eju kunini, aka male wobeekha.


Huji d'ossatiifi ta ch'eera la lakimne; nama insomnu, dubbi Waaqale ind'aareesinu. D'uga diidati dubbanne aka d'uga qamnu nama ch'ufa agarsiimna, Waaqa duraleeti.


Maneeni Waaqa iti kad'atani keesaa isani yaasani. Tana male, hojjaani ind'ufti ta nami isani ijeesu waan Waaqaa hojatu ufi sehu.


afaani kiyya waan hamtu indubbatani, arabi kiyyaleeni haga jiru d'ara indubaatu.


Nami hori jed'e jaalani ufii wo tolchu, ilmaani ufii balleesa.


Nami d'uga taka gaargala ya argate? Me heregi, nama qajeela taka ya ijeesani?


Waaqi jaba, waan ch'ufa indabsata; ka wo sobuufi ka sobanileeni ch'ufti harkuma isaa keesa jira.


Dubbi anini himad'u ch'aqasa!


Yehuni worra Samaria wolti yaame waan jed'eeni, Ahabuni duri Baali haguma diqa hojate, ammo anini hagasi ira hojad'a


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite