25 Worri dukana keesa jinjimate, aka nama machae dadaaqa.
Worra suni guyyaani dukanti ira buute, guyya guddaani aka nama halkani deemu jonjani.
gugufate, aka nama farso d'uge dadaaqe, ufi jibbaate waan tahuu d'abe.
Lafti aka nama farso d'uge machae daat'e, aka hoosa bubbeeni chochoofte taati. Dabi lafa ira dabre lafa balleese, deebie kau d'owa.
AABBO Waaqi yayu herega daalluma worrati buuse, tanaafi worri Misiri waan ch'ufa yake, aka nama machae diddiga ufi keesati jijiga.
Ammo nami oboleesa ufi jibbu dukana keesa jira, ammalle dukana keesa dedeema; gara deemule imbeekhu, waan dukanti lafa argu isa d'owarteefi.
Ammatana ilaali, harki Aabbo si gubbaa jira; ila d'abda, haga bulti diqo toko lafa ingartu. Maro tokotu ilti isaa sapupoofte, lafti iti dukanoofte, inni deeme nama ule isaa qabu barbaade.
Aka balla jinjimanne guyya guddaani aka waan lafti halkani gugufanne, aka waan fulla Ekhera ta dukana jirru taana.
Guyya gudda aka balla jaanjurtani, duuba kara gula yaatanile wollaaltani, wonti keesani tokoleeni eeba inqabdu. Yo ch'ufa isani gaargalchani, isani saamani, ammo nami isani qarqaaru injiru.
Jennaani worri worra ala jiru kaani ch'ufa ila d'owe, aka worri balbala argu dad'abu.
Ifsaani waaro isaa gaandidae, ifseeni isaa bira ejitu d'aamti.