Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Aayubu 11:2 - KITAABA WAAQA

2 Nami tokoleeni ka dubbi hagana geetu tana si jalaa qabu injiru? Nami akana dubbi d'eeresu kunini d'uga inargata?

Gade chapit la Kopi




Aayubu 11:2
11 Referans Kwoze  

Nami dubbi guddatu ch'ubbu ind'abu, ammo nami afaani qabatu qarooma qaba.


Nami aka keeti kunini yoomi afaani qabata? Yo atini ch'allifte nu ch'aqafte, nu wo siti himna.


Waan kana qaabad'a, oboleyaani tiyya! Nami ch'ufti ha hure wo d'agaye, laanuma dubbate, miira guddatu.


Jari woi beekhu toko, ka Epikureofi Stoiko jed'ani, isaani dubbi morme. Nami gari waan jed'e, Namichi daallichi kunini maani jechu jira? Ammo ka gari waan jed'e, Inni nama waan waaqoota ka nami imbeenne hasau jiru fakaata. Wonti worri akana jed'eefi waan Pauloni waan Yesotiifi waan kaisa isaa worrati hasaeefi.


Nami d'araani nama himatu ha lafa keesaa baduti; hameenni ha worra nama ijeesu d'aqabe balleesuti.


Dubbini aka qilleensa isani keesaa yaatu tunini haguma jirtu isani keesaa ind'umatu? Isani haguma jirtani wo moroma illakiftani?


Dubbini tante ta aka qilleensa si keesaa yaatu tunini yoomi buufatti!


Jennaani Sofariini, ka gosa Naamathi, waan jed'eeni:


Akuma atini waan guddo yaadduuni, akasuma oobju hamtu oobjatta; ammalle akuma dubbi guddattuuni, daallumti siti guddatti.


Hojja Mana Waaqati kad'achu d'at'u ufi eegad'i; yo wo baracha Mana Waaqa d'at'e ira sii jirti, fulla atini aka worra daalle, ka d'araafi d'uga gargari imbeenne, sorio baaftu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite