Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




2 Samueli 23:2 - KITAABA WAAQA

2 Lubbuuni AABBO Waaqa afaani kiyyaani dubbate, inni arraba kiyyaani wod'aamate.

Gade chapit la Kopi




2 Samueli 23:2
6 Referans Kwoze  

Wonti akanatiifi dubbini fagiisaa tokoleeni taka fed'i nama keesaa imbaane, ammo Lubbu Qulqulloti nama dubbachiise, ato nami dubbi fulla Waaqati d'ufte dubbatu.


Yesoni waan jed'e, Daudini, Lubbu Waaqa gula, maafi Aabbo isaani jed'e re? Wonti akanatiifi Daudini waan jed'e,


Daudini ufiiftu, Lubbu Qulqullo keesa, waan jed'e: Aabbooni waan Abba kiyyaani jed'e: Gama kiyya ka mirga tai, haga anini nyaapa kanke miila kanke jala naquuti.


Amma tana, ee hayyicha gurri nama Israeli ch'ufti sii ch'aqasa, aka atini nama hayyuma siraa fuud'u lalabdu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite