Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




2 Samueli 17:1 - KITAABA WAAQA

1 Eegi suni Ahithofelini waan Absalomuni jed'e, Eegi nama kaima kud'ani lama fohad'e, halkanuma kana Daudi reebe,

Gade chapit la Kopi




2 Samueli 17:1
8 Referans Kwoze  

Nami ch'ubbu haga waan hamtu tolchuti imbulu, haga nama woi tolchuti hiribi inqabu.


Hojja anini gach'iisu anini nagayaani bula. Siuma ch'allati, ee AABBO Waaqa, nagayaani na oolcha.


Worra suni harki worra waan hamtu inhanqatu, guddo ijeechaa arifata.


Bara suni mali Ahithofelini namaa d'au dubbi gara Waaqati d'ufte namati fakaata; Daudifi Absalomuni akasi d'ugeefatte gula yaate.


isaa ka dad'abe ufi jibbaate had'e balleesa. Akanaani inni bahe, worri isaa woliini jiruleeni ch'ufti biraa baqate. Anini hayyu ch'alla ijeesa,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite