Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




2 Samueli 1:9 - KITAABA WAAQA

9 Jennaani inni waan nani jed'e, Kooti, na ijeesi, anini guddo madae dandami inqabu diquma inch'ichini.

Gade chapit la Kopi




2 Samueli 1:9
6 Referans Kwoze  

Inni, Atini eenu? Jed'e na gaafate; jennaani, Anini nama gosa Amaleki jed'eeni.


Jennaani anini d'ufe isa ijeese wonti akanatiifi anini imbeekha aka inni yo lafa d'ae ira inhamne. Jennaani anini sure isaa ta hayyu mata iraa fuud'e, harbora harka iraa yaase, amma sitiini d'ufe, aabbo.


Jennaani inni hurrise, gurba miha isaa ka lola baatu yaame waan jed'eeni, Goraade tante qalqala keesaa luqisi, na ijeesi. Aka nami, nad'eeniti ijeese injenne. Jennaani gurbaani suni tumaata tokooni ijeese.


Inni waan nama miha isaa ka lola isa jala baatuni jed'e goraade tante qalqala keesaa fud'ad'i, lubbu na kuti, aka worri waaqa imbeenne kunini na qabe nati tabate na inijeemne. Ammo namichi sunini mudame isa ijeesu dide. Jennaani Sauloni gorade ufii fud'ate ufi jala d'aabe iti dirme.


Inni waan nama miha isaa ka lola isa jala baatuni jed'e, Goraade tante qalqala keesaa fud'ad'i, lubbu na kuti, aka worri Waaqa imbeenne kunini na qabe, nati tabate na inijeemne. Ammo namichi sunini mudame isa ijeesu dide. Jennaani Sauloni goraade ufi fud'ate ufi jala d'aabe iti dirme.


Jia shanaani suni jari sunini dua barbaada, ammo inargatani; duu fed'ani, ammo doti worra baqatti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite