Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




2Tasaloonqe 3:9 - KITAABA WAAQA

9 Nu waan kana maro waan nu argachu malle nuu kenna jechu indandeenneefi, jechu indinne, ammo aka akheekha dansa isani agarsiimnuufi dinne.

Gade chapit la Kopi




2Tasaloonqe 3:9
9 Referans Kwoze  

Isaniyu imbeetani, aka waan nu tolchine tolchu maltani. Gaafa isani woliini jirru nu huji hojachu indinne.


Nu nama nu faarsu, isanifi nama d'ibile imbarbaanne,


Nami dubbi Waaqa barsiisani ha waan dansa qabu ch'ufa nama isa barsiiseeni gahuuti.


Waan kanati Waaqi isani yaame; wonti akasitiifi Kristoni duri maro teesaniifi gaargale akheekha isanii tahe, aka isani faana isaa gula yaatani.


Anini ya akheekha isanii kenne aka isanileeni waan anini isani tolche tolchitani.


karerisafa, ubaara d'ibifa, kopefa, ulele imfud'atiina. Hojattuuni waan maleefi argachu malte.


Tanaafi, anini isani kad'ad'a, aka kiyya taha.


Worra harka keesaniti kennani imohatiina, ammo akheekha dansa hooliyee taha.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite