Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Yohona 4:5 - KITAABA WAAQA

5 Worri worra lafaati, waan lafa dubbata; maro tanaafi lafti worra ch'aqafti.

Gade chapit la Kopi




1 Yohona 4:5
15 Referans Kwoze  

Yesoni waan worraani jed'e, Isani lafa tanaa baatani, anini gubbaa gad'ufe. Isani ka lafa tanati, anini ka lafa tanaatiiniti.


Anini dubbi tante yayu worrati kenne, nami lafa ya worra jibbe, waan worri nama lafa intahiiniifi, akuma anileeni nama lafa intahiini.


Worri ka lafatiiniti, akuma anileeni ka lafa intahiini.


Nami gubba gadi d'ufu nama ch'ufa ira jira; ka lafa keesa tau ka lafaati, ammalle waan lafa hasaa. Ka gubba gadi d'ufu nama ch'ufa ira gudda.


Jawe guddo taani gadigatani! Isiini suni bofa duri kaani, ka Sheet'ana yokhaani Jinni jed'aniini, ka lafa ch'ufa sobe. Isaafi malaika isaa ch'ufa lafati gatani.


Wonti akanatiifi hojjaani nami barsiisa d'uga gula indeemne ind'ufti, ammo fed'i ufi ch'alla gula yau, nami ch'ufti barsiiftu heddu barbaadata, ta waan worri d'agayu fed'u worrati odeesitu.


raagooti dubbi d'ara ch'alla fadde; qaaloleeni dubbi worraa gula yaate, gumiini tiyyaleeni waan suni iti quufte. Ammo guyya muumme maani tahani?


Anini aka nama d'ibi waan hamtu indubbad'u; anini seera kanke ya guute, karaa nama hama woi balleesu gula indeemne.


Abbaani hojattu kiyyiba kaani maro qarooma isatiifi guddo saade; wonti akanatiifi nami waan lafa tana gula deemu nama ifsa gula deemu ira mala lafa tanaa beekha.


Worri kunini raaga deeme d'arafi kiyyiba odeesu, ka biyyaani, Daad'ifi faarso quuftani jed'u, fed'a.


Anini AABBO Waaqi Israeli waan isaniini jed'u, Raagootafi worri wo himu, ka isani woliini tau, isani insobini. Oobju worrale inch'aqasina.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite