Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Yohona 1:10 - KITAABA WAAQA

10 Yo, Nu daba intolchine jenne, isa d'areesina, dubbini isaleeni nu keesa injirtu.

Gade chapit la Kopi




1 Yohona 1:10
12 Referans Kwoze  

Yo, Nu daba inqamnu jenne, ufi somne, d'ugaani nu keesa injirtu.


Nami Ilma Waaqa d'ugefatu ch'ufti d'uga tana garaa ufi keesa qaba; ammo nami Waaqa ind'ugefanne ya Waaqa kiyyiba tolche, maro inni waan Waaqi waan Ilma isaa d'ugeese d'ugefachu dideefi.


Nami, Anini isa beekha jed'e, ammo seera isaa inguunne d'articha, ammalle d'ugaani isa keesa injirtu.


wonti akanatiifi d'ugaani nu keesa jirti, ammalle haga hegeri nu woliini teeti.


Yo atini ch'ubbu teenna t'aafate olkeete, eenuti dandae qorsuma tante jalaa baha?


Anini isani t'aafa, ijoolle, waan isani Abba beetaniifi. Anini isanii t'aafa, abbooti, waan isani ka haguma qara jiru beetaniifi. Anini isanii t'aafa, kaima, waan isani jabaattani, dubbini Waaqaa isani keesa jirtuufi, ammalle waan isani Hama Kaani dabsattaniifi.


Nami waan kana mormu injira? Nami dubbi tiyya tanaani d'ara jed'u injira?


Dubbini Kristo, ha guddatte, garaa keesani keesa ha teetu. Qalbi ch'ufaani wolbarsiisa, wolgorsa. Waaqaa faarsa, sirba isaa sirba, faaru isaa d'ahad'a, garaa keesaniini Waaqa galata deebisa.


Ammo ijoolle tiyya, isani ka Waaqaati, raagoota d'ara ya dabsattani; wonti akanatiifi Lubbuuni isani keesa jirtu lubbu worra lafa keesa jiru ira jabdu.


Nami qara kami, ka d'uguma dandae qulqullo tahu? Nami uwii d'alu, ka dandae nama d'uga tahu, injiru?


isani, Nu woma iyyakine; Waaqileeni deebie nuti indallanu jettani. Ammo anini, AABBO Waaqi, wollaala isaniti mura, waan isani, Nu daba intolcheni jettanifi.


Nami dubbi isaa d'ugefatu, aka Waaqi d'uga dubbatu tanaani beesisa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite