Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Timotheo 2:2 - KITAABA WAAQA

2 ammalle hayyootafi worra lafa fidu ch'ufa kad'ad'a aka nu jireenna dansa ka nagayaa ke teennu, Waaqa beekhitiifi adaba dansaani.

Gade chapit la Kopi




1 Timotheo 2:2
22 Referans Kwoze  

Wonti isani waan suni tolchu maltanifi, aka worri sorio Waaqa gubbati malte isaa baase, anaafi ilmaani tiyya eeba Waaqa kad'atu.


Dira anini iti isani geese suni keesati nagayafi hormaata barbaada. Worra dira suniiti jed'a, Waaqa kad'ad'a, wonti akanatiifi yo worri hore isanileeni ya hortani.


Ilma kiyya, AABBO Waaqa sodaad'i, hayyule saalfad'i. Nama worra kana lamani didu, wahela tolfatte gula indeemini;


Jabaad'a, nagayaani taa, waan biyyaa keesa inseeniina, harka keesaniini hojad'a, akuma nu qara isaniti himne.


Amma kad'acha tiyyaafi ta hojattu tanteeti, ta si sodaatu, ch'aqasi, arra naa eebisi, hayyicha naa naasisi. Anini gaafasi nama hayyicha daad'iini gololchu.


Jabaad'a, aka nama ch'ufa nagayaani woliini teetani, jireenna qulqullo barbaaddani; wonti akanatiifi nami tokoleeni, qulqullooma male, Aabbo inargu.


Haga dandeetani gama keesaniini, nama ch'ufa nagayaani woliini taa.


Ee Waaqa, d'uga teetiini hayyu barsiisi; qajeeluma tante isalee qoodi,


Dubbi buufata, oboleyaani tiyya hojja ch'ufa dansumafi qajeelumumafi d'ugaafi balchumafi qulqulloomafi waan dansa mirgiti ta faarsu malani herega.


Tanaafi anini guyya ch'ufa Waaqafi nama duraleti aka wollaala male deemu ufi d'owa.


Worri waan jed'e, Kornelio gudda askarti, nama d'uga, ka Waaqa d'ugefatu, ka gochiti Yahudi ch'ufti saadu, afaani malaika qulqullo tokotiini Waaqi gorse, aka inni mana isati si yaame dubbi tante d'agayu.


Nama tokoti jira ka Yerusalemu tau ka Simeoni jed'ani, inni nama d'ugaati Waaqa sodaate baafama Israeli eegata. Ammalle inni Lubbu Qulqullo qaba.


Worri lachu Waaqa durati worra d'ugaati, wollaala male seera isatiifi aada isaa ch'ufa guutani.


Diri keenna kunini dira Israeli keesa nagayafi balchuma qaba. Atini maanifi dira kana balleesu feeta? Atini waan AABBO Waaqa balleesu feeta?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite